Hisqiʼel 6:4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 Iddoowwan aarsaa keessan ni diigamu, miʼawwan keessan warri ixaana itti aarsitanis ni caccabu;+ anis namoota keessan warra ajjeefaman waaqolii tolfamoo keessan warra balfamoo taʼan* duratti nan gata.+
4 Iddoowwan aarsaa keessan ni diigamu, miʼawwan keessan warri ixaana itti aarsitanis ni caccabu;+ anis namoota keessan warra ajjeefaman waaqolii tolfamoo keessan warra balfamoo taʼan* duratti nan gata.+