Zakkaariyaas 8:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 Ani isaan nan fida, isaanis Yerusaalem keessa ni jiraatu;+ isaan saba koo ni taʼu, anis Waaqa isaanii isa dhugaa* fi isa qajeelaa isaaniif nan taʼa.’”+
8 Ani isaan nan fida, isaanis Yerusaalem keessa ni jiraatu;+ isaan saba koo ni taʼu, anis Waaqa isaanii isa dhugaa* fi isa qajeelaa isaaniif nan taʼa.’”+