Mulʼata 21:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Kanaafuu, inni humna hafuuraatiin gara gaara guddaa fi dheeraa taʼe tokkootti na geesse; achiis Yerusaalem magaalaa qulqulluun sun samii keessaa, Waaqayyo biraa yommuu gad buutu+ natti argisiise;
10 Kanaafuu, inni humna hafuuraatiin gara gaara guddaa fi dheeraa taʼe tokkootti na geesse; achiis Yerusaalem magaalaa qulqulluun sun samii keessaa, Waaqayyo biraa yommuu gad buutu+ natti argisiise;