LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Hisqiʼel 37:19
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 19 akkana isaaniin jedhi: ‘Yihowaan Gooftaa Ol Aanaan akkana jedha: “Ani ulee Yoseef isa harka Efreem keessa jiruu fi kan gosoota Israaʼel warra isaa wajjin jiranii taʼe sana fuudhee ulee Yihudaatti nan qabsiisa; ulee tokko isaan nan godha;+ isaanis harka koo keessatti tokko ni taʼu.”’

  • Zakkaariyaas 10:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  6 Ani manni Yihudaa hundumaa irra akka caalu nan godha,

      Mana Yoseefis nan fayyisa.+

      Ani gara laafina waanan isaanitti argisiisuuf,+

      Iddootti isaan nan deebisa;

      Isaan akkuma waan ani kanaan dura isaan hin gannee ni taʼu;+

      Sababiin isaas, ani Waaqa isaanii Yihowaa dha; deebiis isaaniif nan kenna.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi