Isaayyaas 2:18 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 18 Waaqoliin gatii hin qabne guutummaatti ni badu.+ Hisqiʼel 11:18 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 18 Isaanis achitti deebiʼanii wantoota balfamoo fi gochawwan jibbisiisoo ishii hundumaa ishii keessaa ni balleessu.+ Hoseʼaa 14:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 Efreem, ‘Kana booda waaqolii tolfamoo irraa maalan qaba?’+ jedha. Ani deebii isaaf nan kenna, eegumsas isaaf nan godha.+ Akka muka birbirsaa lalisaa jiruu nan taʼa. Firiin kee ana irraa ni argama.” Zakkaariyaas 13:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Yihowaan Gooftaan Raayyaa akkana jedha: “Guyyaa sanatti ani maqaa waaqolii tolfamoo biyyattii keessaa nan balleessa,+ isaanis sana booda hin yaadataman; raajotaa fi hafuura xuraaʼummaas biyyattii keessaa haxaaʼee nan balleessa.+
18 Isaanis achitti deebiʼanii wantoota balfamoo fi gochawwan jibbisiisoo ishii hundumaa ishii keessaa ni balleessu.+
8 Efreem, ‘Kana booda waaqolii tolfamoo irraa maalan qaba?’+ jedha. Ani deebii isaaf nan kenna, eegumsas isaaf nan godha.+ Akka muka birbirsaa lalisaa jiruu nan taʼa. Firiin kee ana irraa ni argama.”
2 Yihowaan Gooftaan Raayyaa akkana jedha: “Guyyaa sanatti ani maqaa waaqolii tolfamoo biyyattii keessaa nan balleessa,+ isaanis sana booda hin yaadataman; raajotaa fi hafuura xuraaʼummaas biyyattii keessaa haxaaʼee nan balleessa.+