Yohaannis 10:16 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 16 “Ani, hoolota kan biroo gola kana keessaa hin taane qaba;+ isaaniinis fiduun qaba, isaan sagalee koo ni dhagaʼu, tuuta tokkos ni taʼu; tikseen isaaniis tokko ni taʼa.+ 1 Pheexiros 5:4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 Dura buutuun tiksitootaa+ yommuu mulʼifamu, gonfoo ulfinaa isa badaa hin deemne argattu.+
16 “Ani, hoolota kan biroo gola kana keessaa hin taane qaba;+ isaaniinis fiduun qaba, isaan sagalee koo ni dhagaʼu, tuuta tokkos ni taʼu; tikseen isaaniis tokko ni taʼa.+