2 Seenaa Baraa 20:23 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 23 Amoononnii fi Moʼaabonnis jiraattota naannoo gaarotaa Seʼiir+ irratti kaʼanii haxaaʼanii isaan balleessan; isaan jiraattota Seʼiir erga fixanii boodas, wal balleessan.+ Haagee 2:22 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 22 Teessoo mootummootaa nan garagalcha; jabina mootummoota sabootaas nan balleessa;+ gaarii fardaa fi warra isa oofan nan garagalcha; fardeenii fi warri isaan gulufan ni kufu; tokkoon tokkoon isaanii goraadee obboleessa isaaniitiin ni kufu.’”+ Zakkaariyaas 14:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 “Guyyaa sanatti Yihowaan isaan gidduu burjaajaʼuun akka babalʼatu ni godha; tokkoon tokkoon isaanii harka michuu isaanii ni qabatu; harki isaanii harka michuu isaanii irratti ni kaʼa.*+
23 Amoononnii fi Moʼaabonnis jiraattota naannoo gaarotaa Seʼiir+ irratti kaʼanii haxaaʼanii isaan balleessan; isaan jiraattota Seʼiir erga fixanii boodas, wal balleessan.+
22 Teessoo mootummootaa nan garagalcha; jabina mootummoota sabootaas nan balleessa;+ gaarii fardaa fi warra isa oofan nan garagalcha; fardeenii fi warri isaan gulufan ni kufu; tokkoon tokkoon isaanii goraadee obboleessa isaaniitiin ni kufu.’”+
13 “Guyyaa sanatti Yihowaan isaan gidduu burjaajaʼuun akka babalʼatu ni godha; tokkoon tokkoon isaanii harka michuu isaanii ni qabatu; harki isaanii harka michuu isaanii irratti ni kaʼa.*+