-
Hisqiʼel 39:11Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
11 “‘Guyyaa sanatti ani Israaʼel keessatti, sulula warra galaanicha irraa gara bahaatti imalan keessatti Googiif+ iddoo awwaalchaa nan kenna; iddoon awwaalchaa sunis daandii warra achiin darbanii ni cufa. Isaan Googii fi raayyaawwan isaa hundumaa achitti ni awwaalu; iddoo sanas Sulula Hamoon Goog*+ jedhanii ni waamu.
-