Hisqiʼel 43:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 “Ati garuu yaa ilma namaa, balleessaa isaaniitiin kan kaʼe akka qaanaʼaniif,+ waaʼee mana qulqullummaa mana Israaʼeliif ibsi;+ pilaanii isaas haa qoʼatan.*
10 “Ati garuu yaa ilma namaa, balleessaa isaaniitiin kan kaʼe akka qaanaʼaniif,+ waaʼee mana qulqullummaa mana Israaʼeliif ibsi;+ pilaanii isaas haa qoʼatan.*