-
Hisqiʼel 40:20Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
20 Mooraan inni alaa karra gara kaabaatti garagale tokko qaba ture; innis dheerina isaa fi dalga isaa ni safare.
-
-
Hisqiʼel 40:22Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
22 Foddaawwan isaa, barandaan isaa fi fakkiiwwan muka meexxii+ isaa hammuma kan warra karra isa bahaa gaʼu turan. Namoonni kortoowwan torba ol baʼanii achi gaʼu turan; barandaan isaas fuuldura isaaniitti argama ture.
-