Hisqiʼel 44:4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 Achiis karaa karra isa kaabaatiin gara fuuldura mana qulqullummaatti na fide. Yommuun ilaalus ulfinni Yihowaa mana qulqullummaa Yihowaa guutee nan arge.+ Yeroo kanatti fuula kootiin lafatti nan gombifame.+
4 Achiis karaa karra isa kaabaatiin gara fuuldura mana qulqullummaatti na fide. Yommuun ilaalus ulfinni Yihowaa mana qulqullummaa Yihowaa guutee nan arge.+ Yeroo kanatti fuula kootiin lafatti nan gombifame.+