LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Leewwota 6:12, 13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 Ibiddichi iddoo aarsaa irratti bobaʼuu isaa ittuma fufa. Dhaamuu hin qabu. Lubichis yeroo hundumaa ganama ganama achi irratti qoraan haa bobeessu;+ aarsaa gubamu sanas isa irratti tarree galchee haa naqu; coomni aarsaa gamtaa sunis achi irratti akka aaru haa godhu.+ 13 Yeroo hundumaa iddoo aarsaa irratti ibiddi ni bobaʼa. Dhaamuu hin qabu.

  • Lakkoofsa 18:5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 5 Dheekkamsi dabalataa+ saba Israaʼel irratti akka hin dhufneef, isin iddoo qulqulluu+ fi iddoo aarsaa+ ilaalchisee itti gaafatamummaa qabdan raawwadhaa.

  • 2 Seenaa Baraa 13:10, 11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Nuuf garuu Waaqni keenya Yihowaa dha;+ nuti isa hin dhiisne; luboonni keenya warri sanyii Aaron taʼan Yihowaa tajaajilaa jiru; Leewwonnis hojicha irratti isaan ni gargaaru. 11 Isaan yeroo hundumaa ganamaa fi galgala+ Yihowaadhaaf aarsaan gubamu akka aaru gochaa, akkasumas ixaana urgaaʼu+ dhiheessaa jiru; daabboon wal irra tuulamu*+ minjaala warqii qulqulluu irra jira; isaan galgala galgala baattuu ibsaa warqii+ fi ibsaawwan isaanii ni ibsu;+ sababiin isaas, nuti itti gaafatamummaa Waaqa keenya Yihowaadhaaf qabnu raawwachaa jirra; isin garuu isa dhiistaniittu.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi