-
Hisqiʼel 40:16Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
16 Kutaawwan eegduu sunii fi utubaawwan karricha keessa garanaa fi garasiin dhaabbatan foddaawwan fireemiiwwan* wal irra kaaʼamanii keessaa gara alaatti dhiphachaa deeman+ qaban qabu turan. Barandaawwan sunis keessaan garanaa fi garasiin foddaawwan qabu turan; utubaawwan garanaa fi garasiin dhaabbatan irras fakkiiwwan muka meexxii+ jiru turan.
-