-
Hisqiʼel 44:5Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
5 Achiis Yihowaan akkana naan jedhe: “Yaa ilma namaa, dambiiwwanii fi seerawwan mana qulqullummaa Yihowaa ilaalchisee wantan sitti himu hundumaatiif xiyyeeffannaa kenni, akka gaariitti ilaali, of eeggannoodhaanis dhaggeeffadhu. Karaa gara mana qulqullummaatti ittiin seenamuuf, akkasumas karaa iddoo qulqulluu keessaa ittiin baʼamu hundumaatiif xiyyeeffannaa kenni.+
-