-
Hisqiʼel 46:2Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
2 Geggeessaan sunis karaa barandaa karrichaatiin alaa gara keessaatti seenee+ maqaanii karrichaa bira ni dhaabbata. Luboonnis aarsaa isaa isa guutummaatti gubamuu fi aarsaawwan gamtaa isaa ni dhiheessu; innis gubanii karrichaa biratti sagadee gad ni baʼa. Haa taʼu malee, karrichi hamma galgalaatti cufamuu hin qabu.
-