Lakkoofsa 15:39 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 39 ‘Isin yommuu isa ilaaltanitti ajajawwan Yihowaa hundumaa akka yaadattanii fi akka eegdaniif andaarri uffata keessanii foʼaa kana haa qabaatu.+ Garaa fi ija keessan warra karaa hafuuraa sagaagalummaa raawwachuutti isin geessan hin hordofinaa.+
39 ‘Isin yommuu isa ilaaltanitti ajajawwan Yihowaa hundumaa akka yaadattanii fi akka eegdaniif andaarri uffata keessanii foʼaa kana haa qabaatu.+ Garaa fi ija keessan warra karaa hafuuraa sagaagalummaa raawwachuutti isin geessan hin hordofinaa.+