LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Hisqiʼel 48:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 9 “Buusiin isin Yihowaadhaaf adda baastan dheerinni isaa dhundhuma 25,000, dalgi isaa immoo dhundhuma 10,000 haa taʼu.

  • Hisqiʼel 48:11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Inni ilmaan Saadoq+ keessaa luboota warra qulqulleeffamaniif ni taʼa; isaan itti gaafatamummaa na tajaajiluuf qaban kan raawwatan yeroo taʼu, yeroo Israaʼelonnii fi Leewwonni na irraa fagaatanii turanitti+ na irraa hin fagaanne.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi