Leewwota 10:9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 “Isin akka hin duuneef, atii fi ilmaan kee warri sii wajjin jiran yommuu gara dunkaana walgaʼiitti seentan daadhii wayinii yookiin dhugaatii alkoolii kan biraa hin dhuginaa.+ Kun guutummaa dhaloota keessaniitiif dambii dhaabbataa taʼe dha.
9 “Isin akka hin duuneef, atii fi ilmaan kee warri sii wajjin jiran yommuu gara dunkaana walgaʼiitti seentan daadhii wayinii yookiin dhugaatii alkoolii kan biraa hin dhuginaa.+ Kun guutummaa dhaloota keessaniitiif dambii dhaabbataa taʼe dha.