-
Hisqiʼel 48:13Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
13 “Leewwonni gaʼee naannoo lubootaatti aanee jiruu fi dheerinni isaa dhundhuma 25,000, dalgi isaa immoo dhundhuma 10,000 taʼe ni argatu. (Iddoon kun walumaa galatti dheerinni isaa dhundhuma 25,000, dalgi isaa immoo dhundhuma 10,000 ni taʼa.)
-