Hisqiʼel 40:17 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 17 Achiis inni gara mooraa isa alaatti na fide; naannoo mooraa sanaattis kutaawwan nyaataa*+ fi bakka dhagaadhaan uwwifame nan arge. Bakka dhagaadhaan uwwifame sana irra kutaawwan nyaataa 30ni jiru turan.
17 Achiis inni gara mooraa isa alaatti na fide; naannoo mooraa sanaattis kutaawwan nyaataa*+ fi bakka dhagaadhaan uwwifame nan arge. Bakka dhagaadhaan uwwifame sana irra kutaawwan nyaataa 30ni jiru turan.