-
Hisqiʼel 48:21Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
21 “Wanti buusii qulqulluu sanaa fi qabeenya magaalattii irraa garanaa fi garasiin hafu kan geggeessaa sanaa ni taʼa.+ Innis daangaawwan dhundhuma 25,000 taʼanii fi buusicha irraa karaa bahaa fi karaa dhihaatti argaman biratti ni argama. Inni gaʼeewwan isatti aansanii jiranii wajjin wal qixa yeroo taʼu, kan geggeessaa sanaa ni taʼa. Buusii qulqulluunii fi iddoon qulqulluun mana qulqullummaa sun isa gidduu ni taʼa.
-