Ermiyaas 8:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Achiis lafeewwan kun aduu, addeessaa fi guutummaa raayyaa samii warra isaan jaallachaa, tajaajilaa, duukaa buʼaa, barbaadaa fi isaaniif sagadaa turan duratti ni afamu.+ Isaan walitti hin qabaman, hin awwaalamanis. Lafa irratti akkuma dikee taʼu.”+
2 Achiis lafeewwan kun aduu, addeessaa fi guutummaa raayyaa samii warra isaan jaallachaa, tajaajilaa, duukaa buʼaa, barbaadaa fi isaaniif sagadaa turan duratti ni afamu.+ Isaan walitti hin qabaman, hin awwaalamanis. Lafa irratti akkuma dikee taʼu.”+