-
Hisqiʼel 40:24Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
24 Achiis kallattii kibbaatti kan na geesse yeroo taʼu, anis kallattii kibbaatiin karra tokko nan arge.+ Innis utubaawwan garanaa fi garasiin dhaabbatanii fi barandaa isaa ni safare, isaanis hammuma warra kaanii gaʼu turan.
-