-
Hisqiʼel 45:24Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
24 Kana malees, inni aarsaa midhaanii tokkoon tokkoon jibicha sanaatiif safartuu eefaa tokko tokko, tokkoon tokkoon korbeessa hoolaa sanaatiifis safartuu eefaa tokko tokko, akkasumas tokkoon tokkoon safartuu eefaa sanaatiif zayitii hiinii* tokko tokko ni dhiheessa.
-
-
Hisqiʼel 46:6, 7Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
6 Guyyaa baatii haaraatti aarsaan dhihaatu horii keessaa jibicha mudaa hin qabne tokko, hoolota xobbaallaa kormaa jaʼaa fi korbeessa hoolaa tokko taʼuu qaba; horiiwwan kun mudaa kan hin qabne taʼuu qabu.+ 7 Inni jibicha sanaaf aarsaa midhaanii safartuu eefaa tokko, korbeessa hoolaa sanaaf safartuu eefaa tokko, hoolota xobbaallaa kormaa sanaaf immoo hamma kennuu dandaʼu haa qopheessu. Tokkoon tokkoon safartuu eefaatiif zayitii hiinii tokko tokko haa qopheessu.
-