-
Hisqiʼel 41:2Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
2 Balbalichi dalgi isaa dhundhuma kudhan ture; girgiddaawwan balbalicha irraa garanaa fi garasiin jiran gara isa tokkootiin dhundhuma shan, gara isa kan biraatiinis dhundhuma shan turan. Yommuu inni dheerina isaa safarus dhundhuma 40 taʼe; dalgi isaa immoo dhundhuma 20 taʼe.
-