-
Hisqiʼel 48:16Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
16 Safarri magaalattii kana dha: Daangaan inni kaabaa dhundhuma 4,500, daangaan inni kibbaa dhundhuma 4,500, daangaan inni bahaa dhundhuma 4,500, akkasumas daangaan inni dhihaa dhundhuma 4,500.
-