LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Isaayyaas 66:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  6 Magaalattii keessaa wacni, mana qulqullummaa keessaas sagaleen tokko ni dhagaʼama!

      Sagaleen kunis sagalee Yihowaa isa yeroo inni diinota isaatiif adaba isaaniif malu kennutti dhagaʼamu dha.

  • Hisqiʼel 33:29
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 29 Wantoota jibbisiisoo isaan raawwatan hundumaatiin kan kaʼe+ yommuun biyyattii guutummaatti ona godhutti+ isaan ani Yihowaa taʼuu koo dhugumaan ni hubatu.”’

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi