Ermiyaas 7:20 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 20 Kanaafuu, Yihowaan Gooftaa Ol Aanaan akkana jedha: ‘Kunoo, dheekkamsi koo fi aariin koo bakka kanatti, namaa fi horii irratti, akkasumas mukeetii fi firii lafaa irratti ni dhangalaʼa;+ inni ni bobaʼa, hin dhaamus.’+ Ermiyaas 12:12 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 12 Goraadeen Yihowaa andaara biyyattii isa tokko irraa hamma isa kan biraatti nyaachaa waan jiruuf,Warri badiisa geessisan sun lafa onaa keessa darbanii karaawwan dullooman hundumaa irra buʼanii dhufaniiru.+ Eenyu* iyyuu nagaa hin qabu.
20 Kanaafuu, Yihowaan Gooftaa Ol Aanaan akkana jedha: ‘Kunoo, dheekkamsi koo fi aariin koo bakka kanatti, namaa fi horii irratti, akkasumas mukeetii fi firii lafaa irratti ni dhangalaʼa;+ inni ni bobaʼa, hin dhaamus.’+
12 Goraadeen Yihowaa andaara biyyattii isa tokko irraa hamma isa kan biraatti nyaachaa waan jiruuf,Warri badiisa geessisan sun lafa onaa keessa darbanii karaawwan dullooman hundumaa irra buʼanii dhufaniiru.+ Eenyu* iyyuu nagaa hin qabu.