Leewwota 26:25 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 25 Kakuu anaa wajjin galtan waan cabsitaniif,+ goraadee isa haaloo baʼu isin irratti nan fida. Magaalota keessan keessatti yoo walitti qabamtan, ani isin gidduutti dhukkuba nan erga;+ harka diinaattis dabarfamtanii kennamtu.+
25 Kakuu anaa wajjin galtan waan cabsitaniif,+ goraadee isa haaloo baʼu isin irratti nan fida. Magaalota keessan keessatti yoo walitti qabamtan, ani isin gidduutti dhukkuba nan erga;+ harka diinaattis dabarfamtanii kennamtu.+