Ermiyaas 14:18 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 18 Ani gara dirreetti baʼee yoon ilaale,Warra goraadeedhaan ajjeefaman nan arga!+ Gara magaalattiitti yoon seenes,Dhukkuba sababa beelaatiin dhufe nan arga!+ Raajichis taʼe lubichi biyya hin beekne keessa asii fi achi jooraniiru.’”+ Hisqiʼel 5:12 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 12 Si keessaa harka sadii keessaa harki tokko golfaadhaan* ni duʼu yookiin beelaan si gidduutti ni dhumu. Harka sadii keessaa harki tokko naannoo keetti goraadeedhaan ni kufu.+ Harka sadii keessaa harka tokko immoo kallattii hundumaatiin* nan bittinneessa; isaan ariʼuufis goraadee nan luqqiffadha.+
18 Ani gara dirreetti baʼee yoon ilaale,Warra goraadeedhaan ajjeefaman nan arga!+ Gara magaalattiitti yoon seenes,Dhukkuba sababa beelaatiin dhufe nan arga!+ Raajichis taʼe lubichi biyya hin beekne keessa asii fi achi jooraniiru.’”+
12 Si keessaa harka sadii keessaa harki tokko golfaadhaan* ni duʼu yookiin beelaan si gidduutti ni dhumu. Harka sadii keessaa harki tokko naannoo keetti goraadeedhaan ni kufu.+ Harka sadii keessaa harka tokko immoo kallattii hundumaatiin* nan bittinneessa; isaan ariʼuufis goraadee nan luqqiffadha.+