Fakkeenya 11:4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 Guyyaa dheekkamsaatti qabeenyi* faayidaa hin qabu,+Qajeelummaan garuu duʼa irraa nama oolcha.+ Sefaaniyaa 1:18 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 18 Guyyaa dheekkamsa Yihowaatti meetiin isaaniis taʼe warqiin isaanii isaan oolchuu hin dandaʼu;+Guutummaan lafaa ibidda hinaaffaa isaatiin ni gubatti,+Inni jiraattota lafaa hundumaa irratti badiisa, eeyyee, badiisa suukanneessaa taʼe ni fida.”+
18 Guyyaa dheekkamsa Yihowaatti meetiin isaaniis taʼe warqiin isaanii isaan oolchuu hin dandaʼu;+Guutummaan lafaa ibidda hinaaffaa isaatiin ni gubatti,+Inni jiraattota lafaa hundumaa irratti badiisa, eeyyee, badiisa suukanneessaa taʼe ni fida.”+