LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Ermiyaas 20:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 Achiis Paashuur Ermiyaas raajicha erga rukutee booda jirma isa Karra Biiniyaam Isa Olii biratti, mana Yihowaa keessatti argamu gidduu galchee isa hidhe.+

  • Hisqiʼel 9:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 Anis namoonni tokkoon tokkoon isaanii meeshaa waraanaa ittiin ajjeesan harkatti qabatan jaʼa kallattii karra isa olii+ isa gara kaabaatti garagalee jiru irraa yommuu dhufan nan arge; namni uffata quncee talbaa irraa tolfame uffatee fi mudhii isaatti gaanfa* qalama barreessaa hidhate tokkos isaan gidduu jira ture; isaanis seenanii iddoo aarsaa sibiila diimaa+ cinaa dhaabbatan.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi