LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Mootota 21:16
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 Minaaseen, Yihudaan wanta Yihowaa duratti hamaa taʼe raawwatee cubbuu akka hojjetu gochuudhaan cubbuu hojjeteen alattis, Yerusaalem fiixee gar tokkoo jalqabee hamma fiixee gara isa kaaniitti dhiigaan hamma guutamtutti, dhiiga namoota qulqulluu hedduu dhangalaaseera.+

  • Ermiyaas 2:34
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 34 Uffanni kee dhiiga namoota hiyyeeyyii* balleessaa hin qabneetiin xuraaʼeera;+

      Yommuu isaan mana kee cabsanii seenan kanan hin argine taʼus,

      Dhiiga isaanii uffata kee hundumaa irratti argaan jira.+

  • Maatewos 23:30
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 30 akkasumas, ‘Bara abbootii keenyaatti utuu jiraanneerra taʼee, dhiiga raajotaa dhangalaasuu irratti isaanii wajjin hin hirmaannu turre’ jettu.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi