Hisqiʼel 1:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 Uumamawwan jiraatoon kun bifa barbadaa* ibiddaa fakkaatu qabu turan; wanti guca bobaʼu fakkaatus uumamawwan jiraatoo kana gidduu asii fi achi deema ture; bakakkaanis ibiddicha keessaa balaqqeessaʼaa ture.+
13 Uumamawwan jiraatoon kun bifa barbadaa* ibiddaa fakkaatu qabu turan; wanti guca bobaʼu fakkaatus uumamawwan jiraatoo kana gidduu asii fi achi deema ture; bakakkaanis ibiddicha keessaa balaqqeessaʼaa ture.+