-
Hisqiʼel 10:1Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
10 Utuman ilaalaa jiruus, wanta diriiraa mataa kiruubelotaatii olitti argamu sana gubbaa wanta akka dhagaa safiroos taʼe tokko nan arge; bifti isaas teessoo fakkaata ture.+
-