LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Hisqiʼel 1:12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 Tokkoon tokkoon isaanii gara hafuurichi akka deeman isaan kakaasu hundumaatti kallattiidhaan fuulduratti deemu turan.+ Yommuu deemanis duubatti hin garagalan turan.

  • Hisqiʼel 10:11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Isaan duubatti utuu hin garagalin gara bakka mataan sun itti garagalee jirutti deemuu waan dandaʼaniif, yommuu sochoʼan utuu duubatti garagaluun isaan hin barbaachisin kallattii arfaniin iyyuu deemuu dandaʼu turan.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi