Hisqiʼel 12:27 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 27 “Yaa ilma namaa, namoonni* Israaʼel, ‘Mulʼanni inni argu waaʼee wanta bara dheeraa booda taʼuu kan ibsu dha; inni waaʼee wanta bara dheeraa booda dhufuu raajii dubbachaa jira’ jechaa jiru.+
27 “Yaa ilma namaa, namoonni* Israaʼel, ‘Mulʼanni inni argu waaʼee wanta bara dheeraa booda taʼuu kan ibsu dha; inni waaʼee wanta bara dheeraa booda dhufuu raajii dubbachaa jira’ jechaa jiru.+