Hisqiʼel 24:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Warra finciltoota taʼan sana ilaalchisee fakkeenya* dubbadhu, waaʼee isaanii akkana jedhi: “‘Yihowaan Gooftaa Ol Aanaan akkana jedha: “Disticha ibidda irra kaaʼi; ibidda irra kaaʼiitii bishaan itti naqi.+
3 Warra finciltoota taʼan sana ilaalchisee fakkeenya* dubbadhu, waaʼee isaanii akkana jedhi: “‘Yihowaan Gooftaa Ol Aanaan akkana jedha: “Disticha ibidda irra kaaʼi; ibidda irra kaaʼiitii bishaan itti naqi.+