-
Hisqiʼel 10:18, 19Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
18 Achiis ulfinni Yihowaa+ gubanii balbala manichaa irraa kaʼee kiruubelota sana gubbaa dhaabbate.+ 19 Utuman ilaaluus kiruubelonni sun qoochoo isaanii ol kaasanii lafa irraa ol kaʼan. Yommuu isaan deeman geengoowwan sunis isaan bira jiru turan. Isaanis balbala karra mana Yihowaa isa gara bahaatti argamu bira dhaabbatan; ulfinni Waaqa Israaʼelis isaan gubbaa jira ture.+
-