-
Ermiyaas 23:32Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
32 “Kunoo, ani raajota abjuuwwan sobaa abjuʼatan, warra abjuuwwan kana dubbatanii fi soba isaaniitiin, of jajuu isaaniitiinis saba koo karaa irraa jalʼisan nan adaba” jedha Yihowaan.+
“Haa taʼu malee, ani isaan hin ergine yookiin isaan hin ajajne. Kanaafuu, isaan matumaa saba kana hin fayyadan”+ jedha Yihowaan.
-