Mulʼata 4:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Inni achi irra taaʼe sun bifti isaa akka dhagaa yaasphisii*+ fi akka dhagaa saardiyon* ture; guutummaa naannoo teessichaa sabbanni waaqaa imeraaldii fakkaatu jira ture.+
3 Inni achi irra taaʼe sun bifti isaa akka dhagaa yaasphisii*+ fi akka dhagaa saardiyon* ture; guutummaa naannoo teessichaa sabbanni waaqaa imeraaldii fakkaatu jira ture.+