LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Keessa Deebii 18:10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Namni ilma isaa yookiin intala isaa ibiddaan gubu,*+ namni hooda dubbatu,+ namni falfala raawwatu,+ namni milkii ilaalu,+

  • Keessa Deebii 18:14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 “Saboonni ati biyya isaaniitii ariitu warra falfala raawwatanii+ fi hooda dubbatan+ ni dhagaʼu turan; ati garuu wanta akkanaa akkamii iyyuu akka raawwattu Waaqni kee Yihowaan siif hin heyyamne.

  • Ermiyaas 27:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 9 “‘“‘Kanaafuu, raajota keessan, warra hooda isiniif dubbatan, warra abjuu isiniif abjuʼatan, warra falfala isiniif raawwatanii fi warra milkii isiniif ilaalan warra, “Isin mootii Baabiloniin hin tajaajiltan” isiniin jedhan sana hin dhagaʼinaa.

  • Miikiyaas 3:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  6 ‘Halkan isinitti ni dhufa;+ mulʼata hin argitan;+

      Dukkanni isinitti ni dhufa malee, hooda hin dubbattan.

      Raajota irratti aduun ni lixxi,

      Guyyaanis isaanitti dukkanaaʼa.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi