10 Anis seenee nan ilaale, achiis akaakuu fakkii wantoota munyuuqanii fi bineensota jibbisiisoo taʼanii+ hundumaa, akkasumas waaqolii tolfamoo mana Israaʼel warra balfamoo taʼan+ hundumaa nan arge; isaan guutummaa girgiddaa sanaa irratti bocamanii turan.