Ermiyaas 7:4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 ‘Kun* mana qulqullummaa Yihowaa ti, mana qulqullummaa Yihowaa ti, mana qulqullummaa Yihowaa ti!’ jechuudhaan dubbii gowwoomsaatti hin amanaminaa.+ Miikiyaas 3:11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 Geggeessitoonni* ishii mattaʼaadhaan murtii kennu,+Luboonni ishii gatiidhaan barsiisu,+Raajonni ishiis maallaqaan* hooda dubbatu.+ Taʼus, “Yihowaan nuu wajjin jira mitii?+ Badiisni nutti hin dhufu”+ Jedhanii Yihowaatti amanamu.*
4 ‘Kun* mana qulqullummaa Yihowaa ti, mana qulqullummaa Yihowaa ti, mana qulqullummaa Yihowaa ti!’ jechuudhaan dubbii gowwoomsaatti hin amanaminaa.+
11 Geggeessitoonni* ishii mattaʼaadhaan murtii kennu,+Luboonni ishii gatiidhaan barsiisu,+Raajonni ishiis maallaqaan* hooda dubbatu.+ Taʼus, “Yihowaan nuu wajjin jira mitii?+ Badiisni nutti hin dhufu”+ Jedhanii Yihowaatti amanamu.*