Hisqiʼel 3:14 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 Hafuurichis ol kaasee na fudhate; anis gaddaa fi aariidhaan gubachaa nan deeme;* harki Yihowaa inni cimaanis na irra buufatee ture.
14 Hafuurichis ol kaasee na fudhate; anis gaddaa fi aariidhaan gubachaa nan deeme;* harki Yihowaa inni cimaanis na irra buufatee ture.