11 Eeyyee, saba keessanii fi horii keessan nan baayʼisa;+ lakkoofsi isaanii ni dabala, ni horus. Akkuma kanaan duraatti namni akka isin keessa jiraatu nan godha;+ isa kanaan duraa caalaas badhaadhota akka taatan nan godha;+ isinis ani Yihowaa taʼuu koo dhugumaan ni hubattu.+