-
Hisqiʼel 21:24Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
24 “Kanaafuu, Yihowaan Gooftaa Ol Aanaan akkana jedha: ‘Isin balleessaa keessan saaxiluudhaan, gocha keessan hundumaatiinis cubbuun keessan akka mulʼatu gochuudhaan yakki keessan akka yaadatamu gootaniittu. Egaa amma waan yaadatamtaniif, humnaan* ni fudhatamtu.’
-