-
Hisqiʼel 20:36Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
36 “Yihowaan Gooftaa Ol Aanaan akkana jedha: ‘Akkuman lafa onaa biyya Gibxii keessatti abbootii keessan irratti murteesse, isin irrattis nan murteessa.
-