Hisqiʼel 3:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Achiis inni, “Yaa ilma namaa, wanta si dura jiru* nyaadhu. Maraa kitaabaa kana nyaadhuutii dhaqii mana Israaʼelitti dubbadhu”+ naan jedhe.
3 Achiis inni, “Yaa ilma namaa, wanta si dura jiru* nyaadhu. Maraa kitaabaa kana nyaadhuutii dhaqii mana Israaʼelitti dubbadhu”+ naan jedhe.