-
Keessa Deebii 16:20Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
20 Biyya Waaqni kee Yihowaan siif kennu keessa jiraachuu kee akka itti fuftuuf, isa akka dhaaltuufis haqa, eeyyee, haqa hordofi.+
-
-
Roomaa 10:5Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
5 Museen qajeelummaa karaa Seerichaa argamu ilaalchisee, “Namni wantoota kana hojii irra oolchu isaaniin ni jiraata” jedhee barreesseera.+
-